Change language Language options Language options English español Afaan Ispeen Hmong Hmong Soomaali Somali Tiếng Việt Afaan Veetinam русский Afaan Rushiyaa 中文 Chinese ລາວ Lao Oromoo Oromoo ខ្មែរ Khmer አማርኛ Afaan Sidaamaa Change language Hordofaa Nama Hafe fi Waraqaa Filannoo Poostaa Time remaining to complete the current step of this form: Itti gaafatamummaa jalaa bahuu Meeshaan kun filannoo nama hafee fi waraqaa filannoo poostaanii qofaafi. Yoo waraqaa filannoo keessan lakkaawaa waraqaa filannoo keessa galchuun dursitanii sagalee kennitan, waraqaan filannoo keessan fudhatama argateera, ni lakkaa’amas. Marsariitiin halkan halkan haaromfama. Iyyaannoowwan gara sirnaatti galuuf hanga sa'aatii 72 fudhachuu danda'u. Iyyata waraqaa filannoo qaamaan hin argamnee irratti lakkoofsa eenyummaa yoo hin kennine tajaajila kana fayyadamuu hin dandeessan. Waajjira filannoo kaawuntii keessanii qunnamaa Maqaa Maqaa jalqabaa Maqaa jalqabaa: kan barbaadamu Maqaa jalqabaa: Arfiilee sirrii hin taane galchitan Arfiilee akkamiin galchuu danda'a? Maqaa akaakayyuu Maqaa akaakayyuu : kan barbaadamu Maqaa akaakayyuu : Arfiilee sirrii hin taane galchitan Arfiilee akkamiin galchuu danda'a? Arfiilee akkamiin galchuu danda'a? Qubee A–Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii (kannen akka éor ñ) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka ф ykn陈) qaban hin fayyadaminaa.Qubeewwan A hanga Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii qaban (kanneen akka E aksentaa cimaa waliin ykn mallattoo aksentaa kan mataa N gubbaa kaa’amu waliin) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka qubee Cyrillic ykn arfiilee Chaayinaa) hin fayyadaminaa. Ispeesiiwwan/spaces Fuftu: - Apoostirofii: ' Guyyaa dhalootaa Foormaatii lakkoofsotaa ji’a/guyyaa/waggaa fayyadamuu: fakkeenyaaf qooda Amajjii 31, 1980, 01/31/1980.Foormaatii lakkoofsotaa ji’aa, guyyaa fi waggaa fayyadamuu: zeeroo tokko, soddomii-tokko, kudha sagal saddeettama Amajjii 31, 1980. ji'a ji'a: kan barbaadamu ji'a: Guyyaa sirrii galchaa Foormaatii lakkoofsotaa ji’aa, guyyaa fi waggaa fayyadamuu: zeeroo tokko, soddomii-tokko, kudha sagal saddeettama Amajjii 31, 1980. / Guyyaa Guyyaa : kan barbaadamu Guyyaa : Guyyaa sirrii galchaa / Waggaa Waggaa: kan barbaadamu Waggaa: Guyyaa sirrii galchaa Waggaa: Waggaa dhalootaa ulaagaa hin guunne galchitan Waggaa: Filannoo itti aanu irratti ykn isa dura yoo xiqqaate umuriin keessan 18 yoo hin guunne, filannoof galmaa'uu hin dandeessan. Guyyaa sirrii galchaa Foormaatii lakkoofsotaa ji’aa, guyyaa fi waggaa fayyadamuu: zeeroo tokko, soddomii-tokko, kudha sagal saddeettama Amajjii 31, 1980. Lakkoofsa Waraqaa Eenyummaa Gosa waraqaa eenyummaa iyyata waraqaa filannoo sagalee karaa poostaa kennamuu irratti dhiheessitanii filadhaa. Lakkoofsa hayyama konkolaachisummaa/lakkoofsa waraqaa eenyummaa kan Isteetaa Dijiitota 4 gara dhumaa kan lakkoofsa Nageenya Hawaasummaa keessanii Paaspoortii U.S (filattoota waraanaa fi biyya alaa qofaaf). Lakkoofsa waraqaa eenyummaa filatame galchaa Lakkoofsa waraqaa eenyummaa filatame galchaa: kan barbaadamu Lakkoofsa waraqaa eenyummaa filatame galchaa: Lakkoofsa Waraqaa eenyummaa sirrii galchaa Meeshaan kun filannoo nama hafee fi waraqaa filannoo poostaanii qofaafi. Yoo waraqaa filannoo keessan lakkaawaa waraqaa filannoo keessa galchuun dursitanii sagalee kennitan, waraqaan filannoo keessan fudhatama argateera, ni lakkaa’amas. Waraqaa Filannoo keessan argadhaa
Itti gaafatamummaa jalaa bahuu Meeshaan kun filannoo nama hafee fi waraqaa filannoo poostaanii qofaafi. Yoo waraqaa filannoo keessan lakkaawaa waraqaa filannoo keessa galchuun dursitanii sagalee kennitan, waraqaan filannoo keessan fudhatama argateera, ni lakkaa’amas. Marsariitiin halkan halkan haaromfama. Iyyaannoowwan gara sirnaatti galuuf hanga sa'aatii 72 fudhachuu danda'u. Iyyata waraqaa filannoo qaamaan hin argamnee irratti lakkoofsa eenyummaa yoo hin kennine tajaajila kana fayyadamuu hin dandeessan. Waajjira filannoo kaawuntii keessanii qunnamaa
Arfiilee akkamiin galchuu danda'a? Qubee A–Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii (kannen akka éor ñ) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka ф ykn陈) qaban hin fayyadaminaa.Qubeewwan A hanga Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii qaban (kanneen akka E aksentaa cimaa waliin ykn mallattoo aksentaa kan mataa N gubbaa kaa’amu waliin) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka qubee Cyrillic ykn arfiilee Chaayinaa) hin fayyadaminaa. Ispeesiiwwan/spaces Fuftu: - Apoostirofii: '