Skip to main content

Language options

Gaaffii Waraqaa Filannoo Minnesotaa kan Namoota Qaamaan hin Argamnee

Waa'ee unka kanaa

Gulantaa 1. Mana jireenyaa keessan

Teessoo daandii keessanii kan Minnesotaa keessaa barbaadaa. Kunis filannoo kam keessatti sagalee kennuu akka qabdan ni murteessa. (Yoo kan fedhii qabaattan ta’eef booda teessoo poostaa kan adda ta'e ibsuuf carraa ni argattu.)

Teessoo mana jireenyaa

Arfiilee akkamiin galchuu danda'a?

  • Qubeewwan A hanga Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii qaban (kanneen akka E aksentaa cimaa waliin ykn mallattoo aksentaa kan mataa N gubbaa kaa’amu waliin) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka qubee Cyrillic ykn arfiilee Chaayinaa) hin fayyadaminaa.
  • Lakkoofsota: zeeroo hanga sagalii
  • Fuulduratti muraawwan: /

Daandii kiyyaa argachuu hin danda'u

Yoo tarreeffama kan daandii keessanii hin arganne ta’e:

  • Addaddummaa maqaa ykn qubee daandii keessanii ilaalaa (fakkeenyaaf, qooda Broadway, Hwy 7).
  • ZIP Koodii sirrii ta'e galchuu keessan ykn magaalaa fi ZIP Koodii sirrii filachuu keessan mirkaneessaa.
  • Yoo waan dogoggoraa galchitanii jiraattan galtee ykn filannoowwan keessan jijjiiraa.

Arfiilee akkamiin galchuu danda'a?

  • Qubeewwan A hanga Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii qaban (kanneen akka E aksentaa cimaa waliin ykn mallattoo aksentaa kan mataa N gubbaa kaa’amu waliin) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka qubee Cyrillic ykn arfiilee Chaayinaa) hin fayyadaminaa.
  • Lakkoofsota: zeeroo hanga sagalii
  • Ispeesiiwwan/spaces
  • Fuftu: -
  • Fuulduratti muraawwan: /