Skip to main content

Language options

Sagalee Kennuuf ykn Galmee Keessan Ammayyeessuuf Galmaa'aa

Waa'ee unka kanaa

Unki kun jiraattota Minnesotaa ulaagaa guutaniif filachuuf akka galmaa’aniif kan qophaa’eedha. Waa’ee gahumsa filachuuf qabdanii baradhaa

Yoo hirmaataa Sagantaa Iccitii Teessoo Mana Jireenyaa Minnesotaa taatan, unka kana hin fayyadaminaa. Safe at Home 1-866-723-3035 irratti qunnamaa.

Galmaa'uuf gaaffii maraaf deebii kennuu qabdu. Tokkoon tokkoon tarkaanfii iyyata kanaa xumuruuf daqiiqaa 10 ni qabaattu. Yeroo sana keessatti tarkaanfii kana yoo hin xumurre Tarkaanfii 1ffaa irraa eegaluun irra deebitanii jalqabdu.

Gulantaa 1. Ulaagaa guutuu

Isin lammii kan U.S. dha?

Yeroo dhiyootti yoon lammii ta'e hoo?

Filachuuf galmaa’uu kan danda’an lammiilee U.S. qofa. Yoo lammummaaf kan iyyattan ta’e, filachuuf galmaa'uu keessan dura hanga ‘Certification of Naturalization’ keessan argattanitti eegaa.

Yoo xiqqaate umuriin keessan waggaa 16 guutuu fi guyyaa filannoo filachuuf yaadame ykn sana dura ammoo waggaa 18 ni taatuu? Dhaha filannoo Minnesota ilaalaa

Gulantaa 2. Maqaa, eenyummaa fi odeeffannoo quunnamtii keessanii

Maqaa
Fakkeenyota: Sr., Jr., IV

Arfiilee akkamiin galchuu danda'a?

  • Qubeewwan A hanga Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii qaban (kanneen akka E aksentaa cimaa waliin ykn mallattoo aksentaa kan mataa N gubbaa kaa’amu waliin) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka qubee Cyrillic ykn arfiilee Chaayinaa) hin fayyadaminaa.
  • Ispeesiiwwan/spaces
  • Fuftu: -
  • Apoostirofii: '
Maqaa keessan ammayyoomsaa (filattoota duraan galmaa'aniif)
Maqaa kan yeroo duraanii
Fakkeenyota: Sr., Jr., IV

Arfiilee akkamiin galchuu danda'a?

  • Qubeewwan A hanga Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii qaban (kanneen akka E aksentaa cimaa waliin ykn mallattoo aksentaa kan mataa N gubbaa kaa’amu waliin) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka qubee Cyrillic ykn arfiilee Chaayinaa) hin fayyadaminaa.
  • Ispeesiiwwan/spaces
  • Fuftu: -
  • Apoostirofii: '
Guyyaa dhalootaa

Foormaatii lakkoofsotaa ji’aa, guyyaa fi waggaa fayyadamuu: zeeroo tokko, soddomii-tokko, kudha sagal saddeettama Amajjii 31, 1980.

Lakkoofsa Waraqaa Eenyummaa Beeksisa kan dhuunfaa

Lakkoofsa hayyama konkolaachisummaa Minnesota ykn waraqaa eenyummaa Isteeta keessanii galchaa.

Yoo waraqaa eenyummaa Minnesota kan hin qabne tatan, lakkoofsa nageenya Hawaasummaa keessanii dijiitota afran gara dhumaa galchaa.

Lakkoofsa eenyummaa Minnesota ykn Lakkoofsa Nageenya Hawaasummaa hin qabu

Yoo waraqaa eenyummaa Minnesota irraa kenname ykn lakkoofsa Nageenya Hawaasummaa kan hin qabne taatan, toora interneetii irratti galmaa’uu hin dandeessan. Karaaleen biroo filannoof galmaa’uu dandeessan

Odeeffannoo quunnamtii Beeksisa kan dhuunfaa

Imeelii keessan waajjira Ministira Dhimma Alaa Minnesota fi waajjiraalee filannoo naannootiin alatti nama kamiifuu hin kennamu. Yoo imeelii keessan fayyadamuu hin barbaanne, bakka isaa unka kan waraqaa irratti barreeffamu guutuudhaan dhiyeessuu dandeessu. Iyyannoo Galmee Filattootaa

Gulantaa 3. Teessoo mana jireenyaa keessanii

Bakka sirrii ta’etti sagalee kennuu keessan mirkaneessuuf teessoo daandii bakka jiraattanii kennuu qabdu. Yoo teessoo poostaa adda ta'e kan akka saanduqa waajjira poostaa qabaattan boodarra galchuu dandeessu.

Teessoo kan daandii keessanii

Teessoo daandii keessanii ZIP Koodii ykn Kaawuntii keessan irraa eegalee barbaadaa.

Arfiilee akkamiin galchuu danda'a?

  • Qubeewwan A hanga Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii qaban (kanneen akka E aksentaa cimaa waliin ykn mallattoo aksentaa kan mataa N gubbaa kaa’amu waliin) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka qubee Cyrillic ykn arfiilee Chaayinaa) hin fayyadaminaa.
  • Lakkoofsota: zeeroo hanga sagalii
  • Fuulduratti muraawwan: /

Daandii kiyyaa argachuu hin danda'u

Yoo tarreeffama kan daandii keessanii hin arganne ta’e:

  • Addaddummaa maqaa ykn qubee daandii keessanii ilaalaa (fakkeenyaaf, qooda Broadway, Hwy 7).
  • ZIP Koodii sirrii ta'e galchuu keessan ykn magaalaa fi ZIP Koodii sirrii filachuu keessan mirkaneessaa.
  • Yoo waan dogoggoraa galchitanii jiraattan galtee ykn filannoowwan keessan jijjiiraa.

Arfiilee akkamiin galchuu danda'a?

  • Qubeewwan A hanga Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii qaban (kanneen akka E aksentaa cimaa waliin ykn mallattoo aksentaa kan mataa N gubbaa kaa’amu waliin) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka qubee Cyrillic ykn arfiilee Chaayinaa) hin fayyadaminaa.
  • Lakkoofsota: zeeroo hanga sagalii
  • Ispeesiiwwan/spaces
  • Fuftu: -
  • Fuulduratti muraawwan: /
Teessoo kan yeroo duraa

  • Qoodduuwwan: ,
  • Tuqaa: .
  • Mallattoo lakkoofsaa: #

Gulantaa 4. Irra deebiin ilaaluu

Iyyata galmee kan filattotaa keessanii gulaalaa. Yoo deebii keessan kamiyyuu irratti jijjiirama gochuu barbaaddan, gulaallii gochuuf gara jalqaba iyyatichaatti deebi'aa.

Iccitii keessan eeguuf jecha, daataa hundi hin mul'ifamu.

Maqaa
Teessoo mana jireenyaa
tajaajila poostaa

Teessoo kanaan poostaa argachuu HIN DANDA'U

Tajaajilli poostaa bakka jiraattanitti poostaan balbalaa-balbalaatti yoo kan hin geeffamne ta’e saanduqa kana irratti mallattoo kaa’aa. Tajaajilli poostaa mana keessanitti kan geessu yoo ta’e saanduqa kana irratti mallattoo HIN kaa’inaa, garuu poostaa gara saanduqa waajjira poostaa keessaniitti akka ergamu gaafachuu dandeessu.

Teessoo Lakkoofsa Sanduuqa Poostaa

Arfiilee akkamiin galchuu danda'a?

  • Qubeewwan A hanga Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii qaban (kanneen akka E aksentaa cimaa waliin ykn mallattoo aksentaa kan mataa N gubbaa kaa’amu waliin) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka qubee Cyrillic ykn arfiilee Chaayinaa) hin fayyadaminaa.
  • Lakkoofsota: zeeroo hanga sagalii
  • Ispeesiiwwan/spaces
  • Fuftu: -
  • Apoostirofii: '
  • Qoodduuwwan: ,
  • Tuqaa: .
  • Mallattoo lakkoofsaa: #
  • Fuulduratti muraawwan: /

Arfiilee akkamiin galchuu danda'a?

  • Qubeewwan A hanga Z, qubee guddaa ykn qubee xiqqaa. Qubeewwan aksentaa ykn diyaakriitikii qaban (kanneen akka E aksentaa cimaa waliin ykn mallattoo aksentaa kan mataa N gubbaa kaa’amu waliin) ykn arfiilee Ingiliffa hin taane (kannen akka qubee Cyrillic ykn arfiilee Chaayinaa) hin fayyadaminaa.
  • Lakkoofsota: zeeroo hanga sagalii
  • Ispeesiiwwan/spaces
  • Fuftu: -
  • Apoostirofii: '
  • Qoodduuwwan: ,
  • Tuqaa: .
  • Mallattoo lakkoofsaa: #
  • Fuulduratti muraawwan: /
Bara dhalootaa
Gosa lakkoofsa waraqaa eenyummaa
Iimeelii
Lakkoofsa bilbilaa